audio
audioduration (s) 0.38
349
| text
stringlengths 17
223
| speaker
stringclasses 87
values | split
stringclasses 1
value |
|---|---|---|---|
Ani akka kaleessaa birmadummaa hin qabu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Ta'uu baannaan jireenya gadadoo jiraatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Galma kaayyachuun bu'uura galma gahuuti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kanas yoo beekumsa fayyadame jechuu kooti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Waajjira yoon dhaqes dhukkubbii malee hojiis akkan hin hojjenne nan hubadhe.
|
SPKR279
|
train
|
|
Qabsoo Oromoofis fira yeroo dheeraati.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kan si leenjisuu san atuu beekta!
|
SPKR279
|
train
|
|
hoo'ifataa ture jedhu maanguddoonni seenaa himan.
|
SPKR279
|
train
|
|
ba'anii walwaraanaa jiranis ni fakkaatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Gorsi ogeeyyiis akka gargaaru himti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kubbaan galma ishee gahuuf humna keessaafi alaa fayyadamti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Egaa Margaan asitti dhalate guddate.
|
SPKR279
|
train
|
|
Obseenis dhuftee nu ilaaluuf karaa jalqabdeetti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Waaqni isra'el Yaahiqobiin Jaallatee Esawuu maaliifjibbe?
|
SPKR279
|
train
|
|
Sigigaadheen boolla fagoo sana seene, " jechuun ta'ii gaafasii yaadata.
|
SPKR279
|
train
|
|
Keessattuu ijaarsa bu'uuraalee misoomaatiif hedduu nu barbaachisu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Qabeenya dhabanii boru horuun yoo sammuu qabaatan ni danda'ama.
|
SPKR279
|
train
|
|
Iji reeffa dhalasaatii awwalcha isaatii geggeessite.
|
SPKR279
|
train
|
|
Gara qaamolee keessaattis yoo gad dhufnu, onnee.
|
SPKR279
|
train
|
|
Duduuban natti hin maltuu Garaan kee naf nagaadhaa!
|
SPKR279
|
train
|
|
Namootuma hoogganaa naannoo sanii jedhameetu qabsiise.
|
SPKR279
|
train
|
|
kan biraarraa kan addaa wanti inni beeku hin jiru.
|
SPKR279
|
train
|
|
dogoggora kenniteef jedhee komate.
|
SPKR279
|
train
|
|
Qaamni hanna hir'isuuf hundaa'ee hattuu ta'ee argameera.
|
SPKR279
|
train
|
|
Fageenya miilidhan lakkawamuun fuullee walii jiru.
|
SPKR279
|
train
|
|
Garuu itti gaafatamummaasaa eenyutu fudhataa? " jette Biqiltuun.
|
SPKR279
|
train
|
|
Har'a jireenya addunyaa kanaa tokko jettee eegalta!
|
SPKR279
|
train
|
|
Akka isheen jettutti sirni Raashiyaa dulloomaa jira.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kuni kutannoo agarsiisa anatti. " Jedhan.
|
SPKR279
|
train
|
|
Sababa kanaaf gatii gadi bu'aan gurgurraa
|
SPKR279
|
train
|
|
Akkuma namuu hubachuu danda'u dhalli namaa yoo of beeke, ofirraa hin baqatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Nu faana hojjechuu qabda jedhu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Haalli ummanni Oromoofi qabsoon isaa yeroo ammaa keessa jirtu maal fakkaatti?
|
SPKR279
|
train
|
|
Waajjira aadaafi Tuurizimii magaalichaarraa odeeffatee ture.
|
SPKR279
|
train
|
|
Waan waa eeganis ni fakkaatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Si'achi namni barattoota kufan kana abdatuyyuu hinjiru.
|
SPKR279
|
train
|
|
Achiin booda ammo gara biyyoota Awurooppaa biraatti babalachuutu himama.
|
SPKR279
|
train
|
|
Dhalli namaa garuu lubbu qabeeyyii kaan irraa wantoota hedduudhaan adda ta'ee argama.
|
SPKR279
|
train
|
|
Mootummaan biyya kanaa baasii isaanii hunda danda'ee barsiise.
|
SPKR279
|
train
|
|
Dhimmi kun namoota hundas ni ilaallata.
|
SPKR279
|
train
|
|
Inni garuu ana se'ee ture.
|
SPKR279
|
train
|
|
Irbaata lagaa ta'e, Obbo Ashabbir.
|
SPKR279
|
train
|
|
kumaatamaan lakkaa'aman ajjeefamaniiru, '' jedheera.
|
SPKR279
|
train
|
|
Sammuun gabroome waa'ee isaa namni biroon akka mirkaneessuuf barbaada.
|
SPKR279
|
train
|
|
Margaan irra deddeebi'ee sa'aa ilaala.
|
SPKR279
|
train
|
|
Biyyi masaraadha jedheeti dadhabee kan ijaare.
|
SPKR279
|
train
|
|
Jaalallisheen dhiphisaa turte, kana booddee maqaa koo akka hinxureessine.
|
SPKR279
|
train
|
|
tokkoon akka waligalan taasise.
|
SPKR279
|
train
|
|
akka dabsuu gootee, balaa isa mudate kana salphiftee itti himte.
|
SPKR279
|
train
|
|
Daldalli alaa garuu laafaa dhufe'' jedhu Obbo Xilaahun.
|
SPKR279
|
train
|
|
fala argamsiisinnaa?' jechuun gaafatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
waa dhufuu akka danda'u ''wallaaleeti miti, '' jedhu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Uggura jala kan jirtu, amma daangoftee jirti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Galmaafi galmee mataa kee hoo kaayyattee?
|
SPKR279
|
train
|
|
Itti fayyadamuu fi dhiisuun mirga jechuuf malee.
|
SPKR279
|
train
|
|
humni kun ammoo humna kallattii alaatti harkisuu dha.
|
SPKR279
|
train
|
|
Namni gara hojii deemu nyaara guuruun waan hin malle.
|
SPKR279
|
train
|
|
Yeroo sana akkan du'u keessikoo amaneera.
|
SPKR279
|
train
|
|
bultii ijaarrachuutti seenuu shamarran Oromooti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Humna nageenyaa biyyattii daran cimsuuf hojiilee hojjatamuu qaban muraasa asitti akeekna.
|
SPKR279
|
train
|
|
''Warri mana sakattaa'aa turanii manasaa ta'uu hin beekne.
|
SPKR279
|
train
|
|
Garuu seerallee miti Ka'een waa si gaafadha
|
SPKR279
|
train
|
|
Akkamiin kaayyoo kee galmaan geessee seenaa kee galmeeffatta?
|
SPKR279
|
train
|
|
biyya bulchuuf dandeessisu hin horanne ture.
|
SPKR279
|
train
|
|
Namni kun humna waraanaa hin qabu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Hojimaata paartii keessaa hangafti ammoo qabsoo keessooti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kanaafuu atis ilaalcha keetiin misooma naannoo keetii tumsuuf ilaalchikee ilaalamuu qaba.
|
SPKR279
|
train
|
|
meeshaa olaanaatti nama gargaaruudha' jedha.
|
SPKR279
|
train
|
|
marsaa biraan akka itti fufaniif gaafate.
|
SPKR279
|
train
|
|
Beenyaa yemmuu dhageessutti baay'ee gammaddee, akka malee kolfite.
|
SPKR279
|
train
|
|
kun hundi ammoo yeroo gaafata.
|
SPKR279
|
train
|
|
"Biiroo " jechuun Biiroo Industir ii fi Misooma Magaalaa Oromiyaa jechuudha.
|
SPKR279
|
train
|
|
Namootni baay'een haala kanaan bulchiinsa biyyaa keessatti hirmaatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Ittumaan karaa saaquuf malee, ishee kana qofaa miti gaaffiin ijoollee kanaa.
|
SPKR279
|
train
|
|
Waanuma ani jechuu sodaadhe gadi roobsaa jirta. " jechuu hin hafu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Ammas ni yaadatte, " hammumaan kanallee osuun du'ee hin gaabbu ".
|
SPKR279
|
train
|
|
Waa malees akka maraataatti qofaa hin jiraannu.
|
SPKR279
|
train
|
|
ni kenna; bu'aa isaas ni hordofa.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kanaafuu kaadhimni milkii akkam ta'uun milkaa'aa?
|
SPKR279
|
train
|
|
Boonsaas dubbiin kun qoma isa qabate.
|
SPKR279
|
train
|
|
Osoo kufaatii dheessanii warri akka hin kaanetti kufan illee danuudha.
|
SPKR279
|
train
|
|
Garuu yoo dhiifte, ijoolleen ishee kan duraarra isheetti qabamu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Eebbaaf guyyoonni afur yoo hafan ammas irra deebiin qabaman.
|
SPKR279
|
train
|
|
Faannoon socho'uun nageenya booressan irratti tarkaanfii fudhanna'' jedhan.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kanarraan kan ka'e, mana hidhaatti dabarfamee.
|
SPKR279
|
train
|
|
Caffee irrattuu dubbachuu dadhabne, nu ukkaamsu.
|
SPKR279
|
train
|
|
hayyama qaama dhimmi ilaallatuun kaffaltii malee itti fayyadamuu ni danda'a.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kontiraatni isaanii yeroo gannaa dhufu kana waan xumuramuuf.
|
SPKR279
|
train
|
|
Hayyuun itti dabaluun faayidaa faaruu yommuu ibsitu
|
SPKR279
|
train
|
|
Tarsiimoon baafames jijjiramoota sadan kana hubannoo keessa galchuudhaani.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kana godhee, galgala galgala mana isaatti deebi'a.
|
SPKR279
|
train
|
|
Bonni gaafa hammaatu biqiloonni bishaan isaanii qusachuuf, hedduun baala harcaafatu.
|
SPKR279
|
train
|
|
Garaa hin ilaalu, garaaf hin dhiita'u.
|
SPKR279
|
train
|
|
Garuu ammoo gara mirgaatti fagaatanii furga'uunis miidhaa qaba.
|
SPKR279
|
train
|
|
Yeroo inni itti barbaadutti waan dhaqeef isa simata.
|
SPKR279
|
train
|
|
Yeroo sanitti kana gochuuf yeroo hin arganne ture.
|
SPKR279
|
train
|
|
Kana jechuun immoo keessoon kubbaa afuuraan guutuu qaba.
|
SPKR279
|
train
|
|
Garuu "ijoollee durbaa ofitti siqsanii, gorsanii jajjabeessuun guddisuutu maatiirra jira " jetti.
|
SPKR279
|
train
|
|
Wayita mariin deemaa tureetti dibbee waraanaa tumuun tolaaf hin turre.
|
SPKR279
|
train
|
|
Sammuun qullaa miti Qaaman qullaa deema!
|
SPKR279
|
train
|
End of preview. Expand
in Data Studio
README.md exists but content is empty.
- Downloads last month
- 96